Nehemiah 4:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni asi jari kiyya hagi toko hojate, kaani d'ibiini miha lola naqate woraanafi wonteefi t'iyale qabate worra eege. Ammalle jaaroleeni teennaleeni
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san irraa jalqabee namoonni ani hiriirsise gariin cinaan huja'aa turan; cinaan garuu wontee, woraana, buundhee, sibiila lolaa ka mata'atti godhatan qabatanii turan. Worri bulchootaallee manniin worra Yihuuda'aa maraa duubaan dhaabata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san irraa jalqabee, namoota kiyya keessaa gamisi isaanii hujii ijaarsaa hujane; gamisi isaaniille eboo, wontee, guube'ee fi meya lolaa hidhatanee eeddoo dhaabbatane. Sooreyyiin teennalle kolba'aaf qarqaarsa guutuu kennituun,