Nehemiah 4:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle nami wo jaaruleeni ch'ufti goraade hid'aanati hid'ate. Namichi hojja lola magalata d'auleeni naa bira eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ijaarsa ijaaru maruu guraadee ufii mudhi'itti hidhatanii hojjata'aa turan; ka xurumbaa afuufullee na bira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dalleya ijaaru marti yennaa dalleya ijaaru, shallaagaa ifii hidhatti hidhatee ijaaraayyu. Namichi tultullaa afuufu na biraa hin gorre.