Nehemiah 4:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo magalata d'ageetani, fulla magalata suni d'aani koota, Waaqa keennati nyaapa nuraa had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee laagaa xurumba'aa itti dhageettan gara keenna kanatti wol gayaa'a, Waandhi keenna nuu lolaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoo tultullaa yoo dhageettane, gara keenna birmadha'a. Waaqi keenna nu'uuf hin lola» jedheen.