Nehemiah 4:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani guyya ch'ufa, haguma ganama lafti barite haga galgala urjini baatu, nami keenna hagi toko naabo jaare, kaani woraana guurate lafa eege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu guyya guyya'aan ganama irraa jalqabnee haga galgalaa, haga urjiin baatutti namoonni gariin hennaa hojjatan, gari gariin garuu meeshaa woraanaa hidhatanii akka worra balbala eeguutitti eega'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre guyyuma guyya'aan, dayya'a boru'uutii haga halkan urjiin bayutti namoota keenna keessaa gamisi dalleya ijaaraa, gamisi eboo qabatanee eegaaraniiyyu.