Nehemiah 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni waan anini biyyaani jed'e, Jari gugurdafi hojattuuni worraleeni ha dira Yerusalemu keesa bulaniti, aka nu halkani dira eenne guyyale hojannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san bani'iin «Isin maruu ijoollee teessan woliin Yerusaalemiin bulaa'a, halkan nu eegaa'a, guyya guyyaa garuu hojjadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille yennaa san kolba'aan, «Halkan eegaa, guyyaa akka nuuf hujanu namooti martinuu tajaajiltoota ifii woliin qachaa Yerusaalemii keessa bulanuu ti» jedheen.