Nehemiah 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tobialeeni ka hojja suni d'aatu eju waan jed'e, Naaboni worri jaaru tana? Ta geedaltileeni dandeete ch'ach'absitu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xoobbiyaan gosa Amoonii isa bira dhaabatee «Ka isaan dhaga'aan ijaaran kana uduu jeedalti kortee hin jiga!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xobiiyaan Amoontichi ka isa bira jiru, «Dalleya dhaka'aa ka isaan ijaariisatti jiranu san, jeedalti takka adoo irra baate caccassitee jissiisa dandeetti!» jedhe.