Nehemiah 4:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbu worra inaraaraminifi, daba worrale ind'ossini, waan worri nu ka naabo jaaru arrabseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa isaan raawwataniif isaanii hin araaramin, cubbuun isaan hojjatan si afo'oo hin badin, isaan hojjattoota tee afo'otti waan si aarsaniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan nu worra ijaaru waan arrassaneef, yakkaa isaanii hin dhossin; cubbuu isaaniille fuula keeti duraa akka baddu hin godhin» jedhee daadimadhe.