Nehemiah 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani nu naabo jaare, maro tokotu wod'akaani geenne, waan biyyiti garaa tokooni hojatteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu ijaarsa deebifnee ijaarre; baniin maruu waan jabaatanii hojjataniif ijaarsi wodhakkaa gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan hujiisaaf dharraa waan qadduuf, nuuti dalleya deebinnee ijaarree, haga dheerinna dalleyaa geessisiisaaf wodhakkeessinee, dalleya mara wol geessinne.