Nehemiah 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu Waaqa keenna kad'anne, halkani guyya nama worra suni nuraa eegu tolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu garuu Waaqa keenna kadhanne; sababaa isaaniitiif kolba isaan nutti dhufaniin worra halkanii fi guyyaa eegu kaayanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo gara Waaqa keennaa daadimannee, isaan ifi irraa dhooggatiisaaf eeddota halkanii fi guyyaa eeganu godhane.