Nehemiah 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu mid'aanifi beesele biyya gati kenne, waheli kiyyafi hojattuuni tiyyaleeni akasuma tolchite. Amma waan taanu, nu gati suni imbarbaannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anii fi obboleewwan tiyya, tajaajiltoonni tiyyallee midhaanii fi horiillee isaanii liqeessineerra; ‹amma yabo'oo dhala kana isaanii haa dhiifnuu›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anii fi worri kiyya, tajaajiltooti tiyyalle beese'ee fi midhaan kolba'aaf liqeessineerra. Dhala liqa'aa fudhatiis hafuu ti.