Nehemiah 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni gati worra iraa qabdani imbaarbadina lakisa, beese taanaani mid'aani taanaani, daad'ifi d'ad'ale taanaani. Amuma tana oobru mid'aanitifi ta zabibutifi ta ejersatifi maneenile deebisa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maasaa, woyinii, ejersa, manniin, horii, midhaan, woyini'ii fi dhadhaa ejersaa isaan jalaa fudhattan harka dhibba keessaa tokko yabo'oo adhuma isaanii deebisaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fichaa isaanii, addee woynii isaanii, oorruu muka ejersaa isaanii, mana isaaniille deebisa'aaf; akkasuma dhala beese'ee, dhala midhaanii, dhala woyni'iitii fi zayiti'ii ammuma lakkisa'aaf» jedheen.