Nehemiah 5:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaaroleeni waan nani jette, Nu dubbi tante la ee jenne, waan suni ch'ufa deebimne gatile worraa lakimna. Duuba anini qaalole yaame, jaarole suni qaalole durati kakhachiise, aka worri dubbi suni hegeri imormanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Akkuma ati nu ajajje goona; qabeenna isaan jalaa fudhatame maraa isaanii deebifna; liqaa liqeeffatanillee deebisaa'a jennee isaan hin gaafannu» jedhanii naa deebisan. Anillee gadoota waamee akka isaan waan kana godhan isaan kassiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri gugurda'aa fi qondaaltoti, «Nuuti waan mara hin deebinna; waan tokkolle deebinee isaan irraa hin barbaannu; akkuma ati jette hin goona» jedhane. Ani hayyoota waamee, sooreyyiin akkuma waadaa galane akka godhanu, akka kakachiisanu godhe.