Nehemiah 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini woya hid'aanati marad'u taani hikhad'e, hargufe waan jed'e, Waaqi isani nama kakhu tana inguunne ch'ufa ha akanuma hargufuti. Waaqi maneeni teesanifi waan isani qabdani ch'ufa ha isani iraa fuud'e, duwa isani teesisuti. Nami achi jiru ch'ufti Amini jed'e AABBO Waaqa faarse. Duuba jaaroleleeni kakhu suni guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uffata kiyya mulqadhee hargufee «Nama waan kana hin goone Rabbi hujii isaatii fi mana isaa keessaa isa haa hargufu, akkasuma qulla'aa fi duwwaa haa ta'u» jedhe. Baniin maruu «Amiin!» jedhanii Rabbiin galatoonfatan, baniin maruu akkuma jedhan godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani hiituu hidhaa hiikadhee, hargufee, «Maarre nama waan waadaa gale kana hin goone, manaa fi karra isaa irraa Waaqi isa hargufuu ti! Hargufamee duwwaa hafuu ti!» jedhe. Gumiin martinuu, «Ameen» jettee Mootii Waan Maraa galateeffatte. Worri gugurda'aa fi qondaaltoti akkuma jedhane godhane.