Nehemiah 5:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini iti jabaad'e, naabo suni jaare, waan nafa kiyya ka sila horad'u yaalabahe, hojattuuni tiyyaleeni ch'ufti hujuma suni hojatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee banii biyya san jiru ka gara kiyya dhufaniin gamatti namoonni Yihuudi'iitii fi bulchoonni isaanii ka guyya guyya'aan gabataa kiyya irraa nyaata'aa turan laakkobsi isaanii dhibbaa fi shantama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa worra adaala keennaa gara keenna dhufane irratti dabalamanee, Yihudootaa fi qondaaltoti namoota dhibbaa fi shantamatti qorii tiyyatti nyaataa ture.