Nehemiah 5:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guyya ch'ufa nama Yahuditiifi jaarole worrale ch'ufa nama gosa d'ibi ka lafa d'aatuti d'ufe malele nama d'ibbaafi shantama gololcha. Guyya ch'ufa anini sanga tokofi hooliye gagabbo jaafi luku heddu qale biyya nyaachise, guyya kud'ani ch'ufa keesa daad'i gorjo muumme inqamne biyyaani gololche. Ammo anini gaargala biyyiti qabdu imbeekha, tanaafi anini sagale sila namichi guddaani argachu male imbarbaanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Allaattiiwwanii achi guyyaa tokkotti sangaa tokkoo fi hoolota cooman jaha, guyyaa kudhan kudhaniin bulbula woyini'ii ka adda addaa nuu qopheessa'aa turan. Garuu bulchiinsi mootichaa waan bani'itti ulfaateef dhalee nama hojjatuuf barbaachisu ani hin gaafanne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma guyya'atti sangaa tokkoo fi hoolota cocooma jaa, lukkuu hedduu, guyyaa kudhan kudhanitti daadhii woyni'ii ta gosa adda addaatitti qophowaayyu. Te'uu malee, ba'aan ulfaattuun kolbaa irra waan jirtuuf, sagalee bulchaa tokkoof malte ani hin gaafanne.