Nehemiah 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya, anini si kad'ad'a, waan dansa anini worra kana tolche kana, jed'i na qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! waan ani banii kanaaf godhe maraa akka waan misha'aatitti naa laakkayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa kiyya, waan ani kolbaa tanaaf godhe mara qaabadhuutii, naaf arjoom.