Nehemiah 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'ani, Nu ilmaani heddu qamna, mid'aani nu gaha nuu keenna, duu nu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baay'een isaanii «Ijoolleen teenna ta dhiiraatii fi ta intalaa baay'e'e; nyaannee lubbu'uun jiraachu'uuf midhaan argachuu nu barbaachisa» jedha'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin, «Nuuti maatii hedduu qanna; akka nyaannee jiru'uun leenuuf, midhaan dhaggachuu nu barbaachisa» jedhane.