Nehemiah 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami garileeni waan jed'e, Nu oobru teenna ta mid'aanitifi ta zabibutifi maneeni teennale qabdo keenna, aka mid'aani arganne sunini duu ufi d'owarru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baay'een isaanii «Sababaa beelaatiif midhaan bitachu'uuf jennee qonna keenna, woyinii keennaa fi manniin keennallee qabsiifneerra» jedha'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin, «Bara beelaa midhaan dhaggatiisaaf, fichaa keenna, addee woynii teennaa, mana keennalle qassiinneerra» jedhane.