Nehemiah 5:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mala d'ae, jaaroleefi worra gugurdale, wolti yaame, Isani ya oboleyaani teesani dabsitani jed'eeni. Jennaani kora iti baase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani godhuun na barbaachisu onnee kiyya keessatti yaadee murteeffadhee worra baallii qaban ka banii bulchanii fi gugurdootaan «Isin bee obboleewwan keessan miidha'aa horii keessan dhalaan liqeessitanii kaffalchiiftanii!» jedhee isaaniin lole.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guddisee itti yaadeen duuba, worra gugurda'aa fi qondaaltotaan, «Isin attam kolbaa teessan irraa dhala liqa'aa fudhattan!» jedhee aaladhe; isaan woliin dubbii tana ilaaliisaaf gumii guddoo waamee,