Nehemiah 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'eeni, wonti isani tolchitani sunini diqole dansaniti! Sila Waaqa sodaatani waan dansa tahu maltani. Yo akasi taatani nyaapi keenna, ka gosa d'ibi, waan nu goyeesuuni inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkana isaaniin jedhe «Wonti isin godha'aartan kunniin waan misha'aa miti, diinni keenna worri Yihuudii hin taane akka nu hin arrabsine Waaqa keenna sodaata'aa jiraachuu isin hin barbaachisuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani, «Wonni isin hujiisatti jirtanu dansa'aa moti; akka worri diina keennaa nu hin qaanessine, isin Waaqa sodaatiisaan ideemiisa maltane.