Nehemiah 6:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanbalatifi Tobiafi Geshemufi jari nyaapa keenna kaani ch'ufti aka nu naabo jaare fulla ch'ufa duuchine huji isi ch'ufa hobaamne d'agaye. Ammo taatule balbala Fullo keesa innanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanbalaax, Xoobbiyaa, Geesaamiin Arabtichinii fi diintonni teenna ta biraallee akka ani ijaarsa ijaaree fixee fi wonti hin hojjatamne, bakki dhidhate akka hin jirre dhagayan. Ani ammo haga hennaa saniititti cufanaa balbalatti hin goone ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karra dalleyaatitti cufanaa godhuu dhabulle, addeen duwwaan adoo hin hafin dalleya deebisee akka ani ijaare Sanbalaax, Xobiiya'aa fi Geshemiin Arabichi, diinoti keenna worri kuunille yennaa dhage'ane,