Nehemiah 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Anini nama wo baqate d'okhatuniti d'iira aka kiyya tana Mana Waaqati baqachaani infakati? Anini Mana Waaqati imbaqad'u, akasi naa infakatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Namni akka kiyyaa ka dheessee fi lubbuu ufii oolchu'uuf jedhee ka mana woyyuu seene eennu? ani hin seenu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo, «Ani nama baqatee dhokatuu? Yookiin nami akka kiyyaa jiruu ifii fayyifatiisaaf Galma Waaqaa keessatti hin dhokataa? Ani Galma Waaqaa keessatti hin dhokadhu!» jedhe.