Nehemiah 6:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana herege jennaani, aka Waaqi Shemayani indubbatini, ammo Tobiafi Sanbalatini isa gumbo nyaachisani akasi dubbisani arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu uduu Rabbi isa hin ergine, akka na irratti raaga dubbate amma hubadheera; isa Sanbalaaxii fi Xoobbiya'atu bitee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbalaaxii fi Xobiiya'atti, namichi kun akka na irratti raaga dubbattuuf beese'een bitane malee, Waaqi akka isa hin ergin hubadhe.