Nehemiah 6:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni worri gumbo isa nyaachisefi, aka na sodaachisani, ch'ubbu keesa na buusani akanaani na ch'eersani gurra na balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka ani waan kana godhee yakku, ana irratti waan hamaa akka dubbatanii fi na irratti akka uf jajan na sodaachisu'uuf bitamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani sodaadhee waan kana godhiisaan cubbuu akka hujuuf, maqaa badaa ittiin na fokkisiisanu akka ani qabaadhuuf inni natti bitame.