Nehemiah 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa kad'ad'e waan jed'e, Ee Waaqa, waan Tobiafi Sanbalatini tolchani qaabad'i — worra balleesi. Ammalle niiti Nodia jed'anifi raagoota na naasisu feete taanile akasuma tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Waaqa kiyya! waan Sanbalaaxii fi Xoobbiyaan hojjata'aaran maraa laalii isaanitti murteessi; waan raattittiin Noo'aadii fi raattonni kuuwwanillee na sodaachisu'uuf godhan maraa yaadadhu» jedhee kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille, «Ee, Waaqa kiyya, Xobiiya'aa fi Sanbalaax fa'a akkasuma No'aadiiyaa raagittii, raagota worra dhibii ka na sodaachisane akka hujii isaaniititti ilaali!» jedhee daadimadhe.