Nehemiah 6:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi keenna, ka d'aatu teenna jiru kaani, dubbi suni d'ageennaani aka hama ch'eere; wonti akanatiifi nami ch'ufti, aka hujiini suni qarqaarsa Waaqatini hobaate, ya beekhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni teenna maruu hennaa waan kana dhagayan, worri Yihuudii hin taane ka naannoo keenna jiran maruu hin sodaatan; waan yaadan saniif guddisanii salphatan; hujiin kun akka Rabbiin hojjatame beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keenna gosi adda addaa ta adaala keennaa marti waan kana yennaa dhage'ane, hujiin tun qarqaarsa Waaqaatiin akka hujante hubatanee, qaanowanee sodaatane.