Nehemiah 6:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni ch'ufa jaaroleeni Yahuditiifi Tobiani tatabe wolti ergani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xoobbiyaan ilmi Eerii soddaa Sekeniya'aa waan tureef, Ilmi isaallee mucattii Mesulaamii ilma Yihoohanaa Beeraakiya'aa waan fuudheef, biyya Yihuuda'aatitti namoonni hedduu waan isaan wolii kakataniiraniif, ji'oota sanniin keessa bulchoonni biyya Yihuudi'ii xalayaa gara Xoobbiya'aa erga'aa turan; xalayoonni Xoobbiya'aallee gara isaanii dhufa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san qondaallan biyya Yihuda'aa xalayaa hedduu gara Xobiiya'aa erganee, Xobiiyaalle deebii isaanii deebise.