Nehemiah 6:18 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Yuda hedduni gama Tobia jira, waan inni dubra Shekani, ka ilma Ara, ka gosa Yahudi, fuud'eefi. Tana malele, ilmi isaa Yehohanani dubra Meshulamu, ilma Berekia, fuud'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Xobiiyaan intala Shekaaniyaa ilma Araa waan fuudheeruuf, akkasuma ilmi isaa Yehohaanaan intala Meshulaamii ilma Berekiiyaa waan fuudheeruuf, Yihudoota keessaa namooti hedduun isaaf kakataneeran.