Nehemiah 6:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti dansuma Tobia nati haasofte, waan ani jed'e ch'ufa isati haasofte. Duuba inni tatabe naani sodaachisu nati t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma waan isaa waan mishaa natti hima'aa turan, dubbii kiyyallee isatti odeessa'aa turan; Xoobbiyaan garuu na sodaachisu'uuf xalayoota natti erga'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabalaneelle hujii isaa dansaa natti himaa, waan ani dubbadhulle isatti himaa turane; Xobiiyaalle na sodaachisiisaaf xalayaa natti ergaa ture.