Nehemiah 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sanbalatifi Geshemuni qonqo nati ergani waan nani jed'ani, kooti, olla toko ka diida Ono keesati woli argina. Ammo worri sobe na balleesu fed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanbalaaxii fi Geesaam «Gandoota Oonoo gammoojji'ii keessaa ganda takkatti wol haa geennuu» jedhanii natti ergan; garuu isaan waan hamaa natti yaadan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbalaaxii fi Geshem nama natti erganee, «Koyiitii olloota diida Onoo jedhamutti dhaggamu keessaa tokkochatti wol dhagginaa» jedhane. Isaan ammoo na miidhiisaaf yaadatane.