Nehemiah 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maro afuri qonquma suni nati erge, aninileeni qonquma suni worraa deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaamsa akkanaa kana isaan harka afur natti ergan; anillee akkuma duraa san jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa afur erguma tana natti ergane; anille deebuma tana isaaniif deebise.