Nehemiah 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sanbalatini hojattu isa maro shaneeso tatabe inch'ufinini nati erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Sanbalaaxi akkuma duraa san jedhee hennaa shaneesso'oof tajaajiltoota ufii keessaa nama tokkoon xalayaa banaa chaappaa hin qabne natti erge; xalayaan sun akkana jedha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbalaax tajaajiltoota ifii keessaa tokkotti xalayaa banaa chaappaa hin qanne kennee, erguma durii san itti himee, yennaa shaneesso'oo gara kiyya erge.