Nehemiah 6:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi inni raagoota Yerusalemu keesati isa lalabde hayyu Yuda tolchitu fohate. Jecha kana hayyuuni inuma d'agaya, tanaafi kooti, mala woliini d'oomna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkasuma ati raattota, mootiin biyya Yihuuda'aa keessa jira jedhanii waan kee Yerusaalemiin keessatti akka himan gooteerta; ammallee waan kana mootichatti hin himin, kanaafuu dhuftee uduu waan kana irratti woliin mari'annee»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati mootii Yihudootaa akka teete Yerusaalem keessatti raagota si'iif lassanu kaafatteerta; maarre dubbiin tun mooticha bira waan geettuuf, anii fi ati woliin mari'annaa koy!» jedha.