Nehemiah 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo iti erge waan jed'eeni. Wonti atini jette suni ch'ufti d'ara, woma atini herega keetiini baafte ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu, «Situ waan kana garaa kee keessatti uume malee akka ati yaadde kanaa miti» jedhee itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo, «Dubbiin tun waan ati ifi keessaa fuutee dubbatte; wonni ati jettu tokkolle dhuga'aa moti» jedhee isaaf deebise.