Nehemiah 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nu sodaachise, huji ejachisu fed'afi akasi taha. Ammo anini Waaqa kad'ad'e waan jed'e, Ee Waaqa, na jabeesi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu akka hujiin kun hin hojjatamneef nu sodaachisa'aaran; kanaafuu «Waaqa keenna! yabo'oo na jabeessi!» jedhee kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, nu'uun, «Harki isaanii irraa bu'ee hujii dadhaban; hujiille adoo hin fixamin hafu'uu jirti» jedhanee yaadaa, marti isaanii nu sodaachisuu barbaadane; ani ammoo, «Ee, Waaqa hunna na jabeessi!» jedhee daadimadhe.