Nehemiah 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma eegi naabo jaarani hobaasani balbalale ch'ufa iti mid'aasani worra Mana Waaqa eegufi Sirbitufi worra Lawile huji worra iti kennani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ijaarsi ijaarameen maayessa, haga balballan itti ijaareen maayessa, worri balbala eeganii fi faarfattoonni, worri Leewwotaallee haga muudamaniin maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dalleenni deebi'ee ijaaramee, cufanaan itti keyameen duuba, worra karra eeguuf, worra faarfatuu fi worra Lewwootaatiif hujiin isaanii kennanteef.