Nehemiah 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini jara kana lamaani fohad'e gudda dira Yerusalemu tolche — oboleesa kiyya Hananifi Hanania ka askarti mana jajaba keesa teetu iti mataa. Hananiani jara kaani ira nama d'uga, ka Waaqa sodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessa kiyya Anaani'ii fi Hannaaniya ijaarsa irratti baallii qabu Yerusaalemiin irratti isaan muude. Inni nama dhuga'aa ka namoota kaawwan caalaa Rabbiin sodaatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille qachaa Yerusaalemii akka bulchanuuf, namoota lama file; isaanille obboleessa kiyya Haanaanii fi Hanaaniya'a; Hanaaniyaan nama itti gaafatamaa kushe'ee, nama addatama'aa fi nama namoota hedduu caalaa Waaqa sodaatu.