Nehemiah 7:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemuni dira gudda, ammo nami keesa tau diqa, ammalle maneeni hedduleeni ta haga isiini ch'ach'abt'e jaaranileeni injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattiin guddo'oo fi badhoo turte; baniin isii keessa jiru garuu hagoo ture, manniinillee itti hin ijaaramne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan Yerusaalemii badhaa gudda'a; kolbaan qachaa san keessa leetu ammoo diqqo'o; manni hedduulle itti ijaaramee hin jiru.