Nehemiah 7:61 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Teelmeellaa, Teelaareesaa, Kiruub, Addaanii fi Iimeeriin keessaa bayan kanniin. Isaan garuu hortee manniin abboota isaanii yookaan fiixaa Israa'elii ta'uu isaanii uf beessisuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qachaa Tel-Melaatii irraa, qachaa Tel-haareshaatii irraa, qachaa Keruubii irraa, qachaa Adoniitii fi qachaa Iimerii irraa deebi'anee dhufane ammoo sanyii isaanii yookiin abuubota isaanii Israa'el akka te'ane mirkaneessiisa hin dandeenne.