Nehemiah 7:63 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoota keessaallee fiixaa Eebbiya'aa, fiixaa Aaqosii, fiixaa Beerzeeli'ii ka nama gosa Gala'aadii irraa haadha manaa fuudhee ijoollee Beerzeeli'ii irraa argatee maqaa isaatiin waamame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, hayyoota keessaa: sanyiin Habaaya'aa, sanyiin Haqoziitii fi Baarzilaayii ka intala Baarzilaayii Giilaadichaa fuudhee maqaa kanaan waamamane;