Nehemiah 7:64 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin kitaaba maqaan hortee isaanii keessatti barreeffame keessa soqan; garuu maqaan isaanii hin argamne, isaan akka gadoota hin taane dhooggaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra akka hidda dhaloota isaaniititti barreeffame keessaa maqaan sanyii isaanii waan dhabameef, isaan akka qulqullummaa hin qannetti laakkowamanee, hujii hayyumma'aa keessaa baasane;