Nehemiah 7:65 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu bulchaan Yihuuda'aa, «Haga gadichi uurimii fi Tumiimiin murteessu ka'uuf waan qulqullaaye irraa hin nyaattan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan Yihudootaa, «Haga hayyuun Uriimii fi Tumiimiin tajaajilu dhaggamutti sagalee woyyittii hin nyaatina'a» jedhee isaanitti hime.