Nehemiah 8:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Lawi biyya keesa yae waan jed'eeni, ch'allisa laalefatani imbohina guyyaani kunini qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaallee, «Guyyaan adhaa kun woyyuu waan ta'eef, cadhisaa'a, hin gaddinaa'a» jedhanii banii akka cadhisan godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Lewwootaalle kolbaa duudi'iin, «Guyyaan kun woyyicha waan te'eef, cadhisa'a; hin gaddina'a!» jedhanee cadhisiisane.