Nehemiah 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba biyyiti ch'ufti kaate, worra ufiti galte, nyaate d'udde, waan qabdu woliini geete, waan worri dubbi soomanifi taani ch'ufa hubateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu dubbii isaanii dubbifame hiikkaa isaa waan hubataniif gara manniin ufii dhaqanii waan isaanii qophaaye nyaatanii dhuganii guddisanii gammadanii worra waa hin qabne kaawwaniifillee ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan duudiin jechoota isaaniif dubbifame waan hubataneef, nyaatiisaa fi uniisaaf, waan qabanu irralle'ee worra dhibi'iif qoodiisaaf, gammadiisaafille gara mana mana ifii galane.