Nehemiah 8:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani biyyiti dameele ch'irte, mana worra gubbafi d'aatu mana worraatifi d'aatu Mana Waaqatifi ballinna d'aatu fulla Fullo Bisaanitiifi ka fulla Fullo Efraimuti hoosa jaarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu baniin yaa'ee muka fidee marti isaaniituu mana mana gubba'aa, hulee itti gad bayan keessatti, lafa raasa'aa ka mana Rabbii bira jiru keessatti, raasaa balbala bisaaniitii fi lafa raasa'aa ka Efreemiititti daasee ijaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf kolbaan baatee dameelee mukaa fiddee, tokko tokkoon isaanii heellichoo mana ifii irratti, dalleya mana ifiitii fi dalleya Galma Waaqaa keessatti, badhinna karra bisaanii jedhamutti, badhinna karra Efreemii duralle'etti gosee ijaarane.