Nehemiah 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Eegi boojiani gale kaani ch'ufti hoosa jaare keesa qubate. Jila suni taka haga bara Yoshua ilma Nuniti asi akasi intolfanne, duuba guyya suni guddo gammadani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin bakka booju'uutii deebi'an maruu daasee ijaaratanii keessa jiraatan; bara ilma Nawwe'ee Iyyaasuu irraa jalqabee haga guyyaa sanii ijoolleen Israa'elii waan akkanaa kana hojjatanii hin beekan; isaan maruu guddisanii gammadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti biyya itti booji'amanee deebi'ane duudiin gosee ijaarratanee keessa tee'ane; eegii bara Iyaasuu ilma Nuniitii haga guyyaa saniititti kolbaan Israa'elii akkas gammaddee hin beettu; gammadi itti dhage'amelle akka malee gudda'a.