Nehemiah 8:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Ezrani waan jaarani kaani gubba biyya dura eju, biyyiti ch'ufti ila iti qabde isa ilaalte, inni kitaaba bane jennaani nami ch'ufti olkakae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Izraan bakka baniin maruu isa arguu danda'utti ol bayee dhaabatee, uduu baniin maruu isa argan kitaaba bane; hennaa inni bane, baniin maruu ka'ee dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Izraan addee ol kaate irra waan dhaabbateeruuf, kolbaan duudiin gara isaa ilaaliisatti jirtiiyyu; akkuma inni Kitaaba san baneen, isaan martinuu ka'anee dhaabbatane.