Nehemiah 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ezrani waan jed'e, AABBO Waaqa gudda ha faarsani! Jennaani gumiini ch'ufti harka olfud'ate waan jette, Amini! Amini! Duuba jilbifatani gajed'ani addaani lafa tuqani Waaqa kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Izraan Rabbii Waaqa guddaa eebbifnaan baniin maruu harka badhisee, «Amiin! Amiin!» jedha'aa deebisan. Mata'aan gad jedhanii kallachaanillee lafatti gad kufanii Rabbiif sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Izraalle Mootii Waan Maraa Waaqa guddicha leellise; kolbaan duudiin harka ifii ol qabattee «Ameen, ameen!» jette; achiin duuba adda ifiille'een lafatti gad jiddee Mootii Waan Maraatiif sagadde.