Nehemiah 9:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan mama Faraofi hojattu isaatiifi nama lafa isaa ch'ufa durati tolchite, wonti akanatiifi atini, aka worri gumi tante dabse, beeta. Gurri atini gaafasi baafate arrale inuma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaanitti uf jajan waan beetteef Fari'oon, garboota isaa maraa fi worra Yihuudii hin taane maraa irratti baasaa fi maalalee mudhiftee, akkuma adha argine kana maqaa kee waamsifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootiin Gibxi'ii, qondaaltoti isaatii fi kolbaan lafa isaa irra leetu attam akka kolbaa teeti hucuucane waan beetteef, baasaa fi bilbaasa hujjee itti mudhitte. Tana waan gooteef, gurri keeti haga adhaa ol ka'eera.