Nehemiah 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini bisaani galaana gargari qoode, kara gumi teeti tolchite lafa goddu ira taakisiifte; jari gumi suni reebe d'immu bisaani lit'e, d'akhaa galaana diima keesa buu fakaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan afo'otti galaana addaan qooddee, galaana jidduu lafa gogaa irra ceeyan, Diintota isaanii garuu akkuma dhagaa galaana xiillaa keessatti gad darbaniititti galaana xiillaa keessatti isaan darbite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaayaa fuula isaanii duratti gargar qooddee, lafa godduu irra akka dabaranu goote. Akka dhakaa abbaayaa qile'etti qolaanfamuu, worra isaan ari'aa turelle qile'etti qolaansite.